Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa dargaggootaa Naqamtee


FAAYILII- Magaala Naqamtee
FAAYILII- Magaala Naqamtee

Magaalaa Naqamtee keessa dargaggoota jiraataniifi, sochii Siyaasaa keessatti hirmaataa turan afur, humnoota naga-eegumsaa mootummaan ajjeesamani jechuun, Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Daawud Ibsaan hoogganamu ibsa baasee jira.

Hoogganaan Biiroo Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Haayiluu Addunyaa gama isaaniin, “Dargaggootni ajjeesaman jedhaman, meeshaa waraanaa hidhachuun hanga’oota mootummaa ajjeesuurra darbee, gaafa sanas, qaamolee naga-eegumsa mootummaarratti osoo tarkaanfii fudhachuuf jedhanii, tarkaanfiin irratti fudhatame,” jechuun dubbatanii jiru.

Naakoor Malkaa, Amborraa dabalata isaa ergeera.

Ajjeechaa dargaggootaa Naqamtee
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:35 0:00


XS
SM
MD
LG